caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 1

Mecca · revelation order 70 · 16:1

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ أَتَىٰٓ أَمْرُ ٱللَّهِ فَلَا تَسْتَعْجِلُوهُ سُبْحَٰنَهُۥ وَتَعَٰلَىٰ عَمَّا يُشْرِكُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAjajni Rabbii (Guyyaan Qiyaamaa) dhufee, kanaafuu isa hin jarjarfatinaa, (Rabbiin) waan isaan Isatti qindeessan irraa qulqullaa’ee ol ta’eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70