caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 47

Mecca · revelation order 51 · 10:47

وَلِكُلِّ أُمَّةٍ رَّسُولٌ فَإِذَا جَآءَ رَسُولُهُمْ قُضِىَ بَيْنَهُم بِٱلْقِسْطِ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborUmmata hundaaf ergamaan (ergamee) jira. Yeroo ergamaan isaanii dhufe jidduu isaaniitti haqaan murteeffama isaan hin miidhaman.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70