وَمِنْهُم مَّن يَسْتَمِعُونَ إِلَيْكَ أَفَأَنتَ تُسْمِعُ ٱلصُّمَّ وَلَوْ كَانُوا۟ لَا يَعْقِلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan irraa namoota gara kee dhageeffatantu jira. Sila ati namoota gurri duude,dhageessiftaa? odoo isaan sammuu hin qabnellee.