caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 89

Medina · revelation order 113 · 9:89

أَعَدَّ ٱللَّهُ لَهُمْ جَنَّٰتٍ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَا ذَٰلِكَ ٱلْفَوْزُ ٱلْعَظِيمُ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin jannata laggeen ishee jala yaatu, Isaan ishee keessatti kan hafan ta’anii, isaaniif qopheessee jira. Kuni milkii guddaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70