caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Tawba, Verse 110

Medina · revelation order 113 · 9:110

لَا يَزَالُ بُنْيَٰنُهُمُ ٱلَّذِى بَنَوْا۟ رِيبَةً فِى قُلُوبِهِمْ إِلَّآ أَن تَقَطَّعَ قُلُوبُهُمْ وَٱللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborIjaarsi isaanii inni isaan ijaaran onneewwan isaanii keessatti (munaafiqummaafi) shakkii ta’uu irraa hin deemu.yoo onneewwan isaanii ciccitte malee. Rabbiin beekaa, ogeessa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70