caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Anfaal, Verse 13

Medina · revelation order 88 · 8:13

ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ شَآقُّوا۟ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ وَمَن يُشَاقِقِ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ فَإِنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلْعِقَابِ

Oromo Translation - Gali AbaborKun waan isaan Rabbiifi ergamaa Isaa faallessaniifi, Namni Rabbiifi ergamaa Isaa faallesse, (Rabbiin isa adaba) Rabbiin adabbiin isaa cimaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70