caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Jinn, Verse 23

Mecca · revelation order 40 · 72:23

إِلَّا بَلَٰغًا مِّنَ ٱللَّهِ وَرِسَٰلَٰتِهِۦ وَمَن يَعْصِ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ فَإِنَّ لَهُۥ نَارَ جَهَنَّمَ خَٰلِدِينَ فِيهَآ أَبَدًا

Oromo Translation - Gali AbaborRabbi irraa (wahyii)fi ergaawwan Isaa geessuu malee (hin danda'u). Namni Rabbiifi Ergamaa Isaa faallesse, dhugumatti ibidda jahannam kan zalaalam ishee keessatti hafutu isaaf jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70