caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-A'raaf, Verse 49

Mecca · revelation order 39 · 7:49

أَهَٰٓؤُلَآءِ ٱلَّذِينَ أَقْسَمْتُمْ لَا يَنَالُهُمُ ٱللَّهُ بِرَحْمَةٍ ٱدْخُلُوا۟ ٱلْجَنَّةَ لَا خَوْفٌ عَلَيْكُمْ وَلَآ أَنتُمْ تَحْزَنُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila isaan kun warra Rabbiin rahmataan isaaniif hin godhu jettanii kakattaniidhaa? Jannata seenaa, sodaan isin irra hin jiru; isinis kan gadditanu hin taane (jedhamu)
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70