فَٱنتَقَمْنَا مِنْهُمْ فَأَغْرَقْنَٰهُمْ فِى ٱلْيَمِّ بِأَنَّهُمْ كَذَّبُوا۟ بِـَٔايَٰتِنَا وَكَانُوا۟ عَنْهَا غَٰفِلِينَ
Oromo Translation - Gali Ababorgalaana keessatti isaan dhidhimsinee haaloo isaan irraa ba’anne, Sababa isaan keeyyattoota keenya sobsiisanii ishee irraayis dagattoota ta’aniif .