caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah At-Talaaq, Verse 12

Medina · revelation order 99 · 65:12

ٱللَّهُ ٱلَّذِى خَلَقَ سَبْعَ سَمَٰوَٰتٍ وَمِنَ ٱلْأَرْضِ مِثْلَهُنَّ يَتَنَزَّلُ ٱلْأَمْرُ بَيْنَهُنَّ لِتَعْلَمُوٓا۟ أَنَّ ٱللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ وَأَنَّ ٱللَّهَ قَدْ أَحَاطَ بِكُلِّ شَىْءٍ عِلْمًۢا

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin Isa samii torbaniifi dachii irraayis fakkiidhuma isaanii uumeedha. Ajajni jidduu isaaniitti bu'a(. Wanti inni kana uumeefis) akka isin Rabbiin waan hunda irratti danda'aafi Rabbiin beekumsaan wantoota cufa marsuu isaa beektanuufi.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70