وَذَرُوا۟ ظَٰهِرَ ٱلْإِثْمِ وَبَاطِنَهُۥٓ إِنَّ ٱلَّذِينَ يَكْسِبُونَ ٱلْإِثْمَ سَيُجْزَوْنَ بِمَا كَانُوا۟ يَقْتَرِفُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborBadii ifa bahaafi dhokataa isaas dhiisaa. Dhugumatti, isaannan cubbuu hojjatan waan kijiba uumaniif fuuldura galata galfamu (ni adabamu).