وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ ٱلنَّشْأَةَ ٱلْأُولَىٰ فَلَوْلَا تَذَكَّرُونَ Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne?