وَأَمْدَدْنَٰهُم بِفَٰكِهَةٍ وَلَحْمٍ مِّمَّا يَشْتَهُونَ Oromo Translation - Gali AbaborMudraaleefi foon waan isaan fedhan irraa ta’e isaaniif daballa.