caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Adh-Dhaariyat, Verse 28

Mecca · revelation order 67 · 51:28

فَأَوْجَسَ مِنْهُمْ خِيفَةً قَالُوا۟ لَا تَخَفْ وَبَشَّرُوهُ بِغُلَٰمٍ عَلِيمٍ

Oromo Translation - Gali AbaborErgasii (yeroo nyaachuu dhabuu isaanii argu) isaan irraa sodaan isa qabe. Isaan “hin sodaatin” jedhaniin. Ilma beekumsa qabuunis isa gammachiisan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70