caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 7

Medina · revelation order 112 · 5:7

وَٱذْكُرُوا۟ نِعْمَةَ ٱللَّهِ عَلَيْكُمْ وَمِيثَٰقَهُ ٱلَّذِى وَاثَقَكُم بِهِۦٓ إِذْ قُلْتُمْ سَمِعْنَا وَأَطَعْنَا وَٱتَّقُوا۟ ٱللَّهَ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌۢ بِذَاتِ ٱلصُّدُورِ

Oromo Translation - Gali AbaborYaadadhaa ni'imaa Rabbii kan isin irra jiru, waadaa Isaa kan yeroo isin "dhageenye; awwaannes" jettan Inni isiniif gales yaadadhaa. Rabbiin sodaadhaa. Dhugumatti, Rabbiin beekaa waan qomoowwan keessaati.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70