caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 38

Medina · revelation order 112 · 5:38

وَٱلسَّارِقُ وَٱلسَّارِقَةُ فَٱقْطَعُوٓا۟ أَيْدِيَهُمَا جَزَآءًۢ بِمَا كَسَبَا نَكَٰلًا مِّنَ ٱللَّهِ وَٱللَّهُ عَزِيزٌ حَكِيمٌ

Oromo Translation - Gali AbaborHattichaafii hattittii harkoowwan isaan lamaanii muraa galata waan isaan dalaganiif, jiilchaa Rabbi irraa ta'eef jecha. Rabbiin injifataa, ogeessa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70