caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Jaathiya, Verse 30

Mecca · revelation order 65 · 45:30

فَأَمَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَيُدْخِلُهُمْ رَبُّهُمْ فِى رَحْمَتِهِۦ ذَٰلِكَ هُوَ ٱلْفَوْزُ ٱلْمُبِينُ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan amananii, toltuuwwan dalagan immoo Gooftaan isaanii rahmata Isaa keessa isaan seensisa. Kun isumatu milkii ifa galaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70