caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Jaathiya, Verse 19

Mecca · revelation order 65 · 45:19

إِنَّهُمْ لَن يُغْنُوا۟ عَنكَ مِنَ ٱللَّهِ شَيْـًٔا وَإِنَّ ٱلظَّٰلِمِينَ بَعْضُهُمْ أَوْلِيَآءُ بَعْضٍ وَٱللَّهُ وَلِىُّ ٱلْمُتَّقِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan homaa (adabbii) Rabbii irraa si hin duroomsan. Miidhaa hojjattoonni gariin isaanii jaalalleewwan gariiti. Rabbiin immoo jaalallee warra Isa sodaataniiti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70