caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Jaathiya, Verse 13

Mecca · revelation order 65 · 45:13

وَسَخَّرَ لَكُم مَّا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلْأَرْضِ جَمِيعًا مِّنْهُ إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَٰتٍ لِّقَوْمٍ يَتَفَكَّرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborWaan samiilee keessa jiruufi waan dachii keessa jiru hunda (laaffisuu) Isa irraa ta’e isiniif laaffise. Kana keessa ummattoota xiinxalaniif mallattooleetu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70