أَلَآ إِنَّهُمْ فِى مِرْيَةٍ مِّن لِّقَآءِ رَبِّهِمْ أَلَآ إِنَّهُۥ بِكُلِّ شَىْءٍ مُّحِيطٌۢ
Oromo Translation - Gali AbaborMee dhagayaa! isaan (kun) Gooftaa isaanii qunnamuu irraa mamii keessa jiru. Dhaga’aa! Inni waan hundaan marsee jira.
أَلَآ إِنَّهُمْ فِى مِرْيَةٍ مِّن لِّقَآءِ رَبِّهِمْ أَلَآ إِنَّهُۥ بِكُلِّ شَىْءٍ مُّحِيطٌۢ