caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 47

Mecca · revelation order 60 · 40:47

وَإِذْ يَتَحَآجُّونَ فِى ٱلنَّارِ فَيَقُولُ ٱلضُّعَفَٰٓؤُا۟ لِلَّذِينَ ٱسْتَكْبَرُوٓا۟ إِنَّا كُنَّا لَكُمْ تَبَعًا فَهَلْ أَنتُم مُّغْنُونَ عَنَّا نَصِيبًا مِّنَ ٱلنَّارِ

Oromo Translation - Gali AbaborYeroo ibidda keessatti wal mormanii, isaan dadhaboon isaan boonaniin jedhan “nuti isiniif hordofoo tahuu turre, sila isin nurraa deebisoodhaa qooda ibidarraa tahe?” (jedhan san) (yaadadhu.)
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70