caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Ghaafir, Verse 42

Mecca · revelation order 60 · 40:42

تَدْعُونَنِى لِأَكْفُرَ بِٱللَّهِ وَأُشْرِكَ بِهِۦ مَا لَيْسَ لِى بِهِۦ عِلْمٌ وَأَنَا۠ أَدْعُوكُمْ إِلَى ٱلْعَزِيزِ ٱلْغَفَّٰرِ

Oromo Translation - Gali AbaborNa waamtu Akka ani Rabbitti kafaruufi waan waa’ee isaa beekumsa hin qabne isatti qindeessuuf. Ani immoo gara (Rabbii) injifataa, araaramaa ta’eettin isin waama.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70