غَافِرِ ٱلذَّنۢبِ وَقَابِلِ ٱلتَّوْبِ شَدِيدِ ٱلْعِقَابِ ذِى ٱلطَّوْلِ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ إِلَيْهِ ٱلْمَصِيرُ
Oromo Translation - Gali AbaborAraaramaa dilii, qeebalaa tawbaa, (abbaa) adabbii cimaa, abbaa arjummaa (irraayyi). Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru; deebiin gara Isaati.