caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 152

Medina · revelation order 92 · 4:152

وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرُسُلِهِۦ وَلَمْ يُفَرِّقُوا۟ بَيْنَ أَحَدٍ مِّنْهُمْ أُو۟لَٰٓئِكَ سَوْفَ يُؤْتِيهِمْ أُجُورَهُمْ وَكَانَ ٱللَّهُ غَفُورًا رَّحِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan Rabbiifi ergamtoota Isaattis amanan, gidduu tokkoon isaan irraa ta'ees adda hin baasin, isaan san (Rabbiin) mindaa isaanii isaaniif kenna. Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta'eera.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70