وَمَنْ أَحْسَنُ دِينًا مِّمَّنْ أَسْلَمَ وَجْهَهُۥ لِلَّهِ وَهُوَ مُحْسِنٌ وَٱتَّبَعَ مِلَّةَ إِبْرَٰهِيمَ حَنِيفًا وَٱتَّخَذَ ٱللَّهُ إِبْرَٰهِيمَ خَلِيلًا
Oromo Translation - Gali AbaborEenyutu irra tole amanatiin nama haala bareechaa ta'een fuula isaa Rabbiif bulchee caalaa? kan amantii Ibraahiim qajeelaa haala ta'een hordofe. Rabbiin Ibraahiimiin jaalallee godhateera.