caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 122

Medina · revelation order 92 · 4:122

وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ سَنُدْخِلُهُمْ جَنَّٰتٍ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَآ أَبَدًا وَعْدَ ٱللَّهِ حَقًّا وَمَنْ أَصْدَقُ مِنَ ٱللَّهِ قِيلًا

Oromo Translation - Gali AbaborIsaannan amananii, gaggaarii hojjatan, jannata laggeen ishee jala yaatu isaan seensifna. Yeroo hunda achi keessatti hafu. Rabbiin waadaa seenee dhugaa isa godhe. Namni dubbiidhaan Rabbirra dhugaa eenyu? (Hin jiru).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70