فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ ٱلْمُدْحَضِينَ Oromo Translation - Gali Ababor(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e.