وَيَرَى ٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْعِلْمَ ٱلَّذِىٓ أُنزِلَ إِلَيْكَ مِن رَّبِّكَ هُوَ ٱلْحَقَّ وَيَهْدِىٓ إِلَىٰ صِرَٰطِ ٱلْعَزِيزِ ٱلْحَمِيدِ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan beekumsi kennameef, inni Rabbii kee irraa gara keetti buufame inni dhugaa ta’uu nibeeku. gara karaa (Rabbii) injifataa, faarfamaa ta’eetti qajeelcha.