قُلْ مَا سَأَلْتُكُم مِّنْ أَجْرٍ فَهُوَ لَكُمْ إِنْ أَجْرِىَ إِلَّا عَلَى ٱللَّهِ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ شَهِيدٌ
Oromo Translation - Gali AbaborJedhi: “mindaa irraa wanti ani isin gaafadhe (yoo jiraates) inni isinumaafi. Mindaan kiyyas Rabbi irratti malee hin taane. Innis waan hunda irratti hirmaataa argaadha.”