caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 44

Mecca · revelation order 58 · 34:44

وَمَآ ءَاتَيْنَٰهُم مِّن كُتُبٍ يَدْرُسُونَهَا وَمَآ أَرْسَلْنَآ إِلَيْهِمْ قَبْلَكَ مِن نَّذِيرٍ

Oromo Translation - Gali AbaborKitaabota isaan baratan tokkollee isaaniif hin kennine. Siin durattis akeekkachiisaa (ergamaa) tokkollee gara isaaniitti hin ergine.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70