قُلْ يَجْمَعُ بَيْنَنَا رَبُّنَا ثُمَّ يَفْتَحُ بَيْنَنَا بِٱلْحَقِّ وَهُوَ ٱلْفَتَّاحُ ٱلْعَلِيمُ
Oromo Translation - Gali Ababor“Gooftaan keenya walitti nu qaba; ergasiis dhugaadhaan gidduu keenyatti murteessa. Inni haqaan murteessaa, beekaadha” jedhiin.