caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Luqman, Verse 23

Mecca · revelation order 57 · 31:23

وَمَن كَفَرَ فَلَا يَحْزُنكَ كُفْرُهُۥٓ إِلَيْنَا مَرْجِعُهُمْ فَنُنَبِّئُهُم بِمَا عَمِلُوٓا۟ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌۢ بِذَاتِ ٱلصُّدُورِ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni kafare kufriin isaa si hin yaachisin. Deebiin isaanii gara keenya; waan isaan dalagan isaanitti ni odeessina. Allaahn beekaa waan qoma keessaati.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70