ٱللَّهُ ٱلَّذِى خَلَقَكُم مِّن ضَعْفٍ ثُمَّ جَعَلَ مِنۢ بَعْدِ ضَعْفٍ قُوَّةً ثُمَّ جَعَلَ مِنۢ بَعْدِ قُوَّةٍ ضَعْفًا وَشَيْبَةً يَخْلُقُ مَا يَشَآءُ وَهُوَ ٱلْعَلِيمُ ٱلْقَدِيرُ
Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin isa (bishaan) laafaa irraa isin uumee, eegasii laafina boodaan humna taasisee; eegasii humna boodaan laafinaafi arrii taasiseedha. Waan barbaades ni uuma. Inni beekaa danda’aadha.