وَإِذَآ أَذَقْنَا ٱلنَّاسَ رَحْمَةً فَرِحُوا۟ بِهَا وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌۢ بِمَا قَدَّمَتْ أَيْدِيهِمْ إِذَا هُمْ يَقْنَطُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo namoota rahmata dhandhamsiifne isheetti gammadu. yeroo sababa waan harki isaanii dabarsitee (hojjattee) tiin hamtuun wahii isaan tuqxe immoo yeroma san abdii muratu.