مُنِيبِينَ إِلَيْهِ وَٱتَّقُوهُ وَأَقِيمُوا۟ ٱلصَّلَوٰةَ وَلَا تَكُونُوا۟ مِنَ ٱلْمُشْرِكِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborGara Isaatti deebi’oo ta’uun (diinii Isaa qabadhaa); Isa sodaadhaa. Salaatas (haqaan) sagadaa. Mushrikoota irraa hin ta’inaa.