caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 97

Medina · revelation order 89 · 3:97

فِيهِ ءَايَٰتٌۢ بَيِّنَٰتٌ مَّقَامُ إِبْرَٰهِيمَ وَمَن دَخَلَهُۥ كَانَ ءَامِنًا وَلِلَّهِ عَلَى ٱلنَّاسِ حِجُّ ٱلْبَيْتِ مَنِ ٱسْتَطَاعَ إِلَيْهِ سَبِيلًا وَمَن كَفَرَ فَإِنَّ ٱللَّهَ غَنِىٌّ عَنِ ٱلْعَٰلَمِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsa keessa mallattoolee ifa ta’an dhaabbata Ibraahiimtu jira. Namni isa seene nagaa ta’a. Rabbiif nama irratti,manicha hajja'uutu dirqamni jira. kan gara isaa deemuu danda'e irratti, Namni kafare, dhugumatti Rabbiin aalama irraa duroomaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70