كَيْفَ يَهْدِى ٱللَّهُ قَوْمًا كَفَرُوا۟ بَعْدَ إِيمَٰنِهِمْ وَشَهِدُوٓا۟ أَنَّ ٱلرَّسُولَ حَقٌّ وَجَآءَهُمُ ٱلْبَيِّنَٰتُ وَٱللَّهُ لَا يَهْدِى ٱلْقَوْمَ ٱلظَّٰلِمِينَ
Oromo Translation - Gali Ababorsila Rabbiin akkamitti qajeelcha? ummata amanuu isaanii booda kafaran, kan ergamaan Rabbii dhugaa ta’uu ragaa ba’an. kan ragoonni ifa ta’an isaanitti dhufan. Rabbiin miidhaa hojjattoota hin qajeelchu.