caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 8

Medina · revelation order 89 · 3:8

رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً إِنَّكَ أَنتَ ٱلْوَهَّابُ

Oromo Translation - Gali Ababor[Isaanis ni jedhu]: Gooftaa keenya! Erga nu qajeelchitee booda onnee keenya [dhugaa irraa] hin jal'isin. Rahmata Si biraa ta’e nuuf kenni. Dhugumatti Ati akkaan kennaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70