caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 24

Medina · revelation order 89 · 3:24

ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ قَالُوا۟ لَن تَمَسَّنَا ٱلنَّارُ إِلَّآ أَيَّامًا مَّعْدُودَٰتٍ وَغَرَّهُمْ فِى دِينِهِم مَّا كَانُوا۟ يَفْتَرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborKun waan isaan “ibiddi guyyoota lakkaa’amtuu malee nu hin tuqxu” jedhaniifi. Kijibni isaan [of biraa] uumaa turan amantii isaanii keessatti isaan gowwoomse.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70