أَفَمَنِ ٱتَّبَعَ رِضْوَٰنَ ٱللَّهِ كَمَنۢ بَآءَ بِسَخَطٍ مِّنَ ٱللَّهِ وَمَأْوَىٰهُ جَهَنَّمُ وَبِئْسَ ٱلْمَصِيرُ
Oromo Translation - Gali AbaborSila namni jaalala Rabbii hordofe akka nama dallansuu Rabbirraa taheen deebi’ee manni isaa jahannama taheetii? (miti) Deebiin isaa waa hammaate!