caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 100

Medina · revelation order 89 · 3:100

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ إِن تُطِيعُوا۟ فَرِيقًا مِّنَ ٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْكِتَٰبَ يَرُدُّوكُم بَعْدَ إِيمَٰنِكُمْ كَٰفِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! Yoo garee warra kitaabni kennameef irraa ta’ee tole jettan, erga amanuu keessanii booda gara kufriitti isin deebisu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70