caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Naml, Verse 93

Mecca · revelation order 48 · 27:93

وَقُلِ ٱلْحَمْدُ لِلَّهِ سَيُرِيكُمْ ءَايَٰتِهِۦ فَتَعْرِفُونَهَا وَمَا رَبُّكَ بِغَٰفِلٍ عَمَّا تَعْمَلُونَ

Oromo Translation - Gali Ababor“Faaruun hundi kan AllaahtiInnis fuulduratti mallattoolee Isaa isinitti agarsiisa. Isinis ishee beekuuf jirtu” jedhiin. Rabbiin kee waan isin dalagdan irraa dagataa miti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70