caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Naml, Verse 86

Mecca · revelation order 48 · 27:86

أَلَمْ يَرَوْا۟ أَنَّا جَعَلْنَا ٱلَّيْلَ لِيَسْكُنُوا۟ فِيهِ وَٱلنَّهَارَ مُبْصِرًا إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَٰتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila isaan hinlaallee Akka nuti halkan yeroo isa keessa boqataniifi guyyaa immoo kan keessa arganii (hojjatan) isaaniif goone. Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70