فَمَا كَانَ جَوَابَ قَوْمِهِۦٓ إِلَّآ أَن قَالُوٓا۟ أَخْرِجُوٓا۟ ءَالَ لُوطٍ مِّن قَرْيَتِكُمْ إِنَّهُمْ أُنَاسٌ يَتَطَهَّرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborDeebiin ummata isaas hintaane jechuu malee “Maatii Luux magaalaa keessan irraa baasaa, isaan namoota qulqulleeffatanii”.