ٱرْجِعْ إِلَيْهِمْ فَلَنَأْتِيَنَّهُم بِجُنُودٍ لَّا قِبَلَ لَهُم بِهَا وَلَنُخْرِجَنَّهُم مِّنْهَآ أَذِلَّةً وَهُمْ صَٰغِرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborGara isaanii deebi’i, Nuti waraana isaan dura dhaabbachuudandeettiin isaaniif hinjirreen isaanitti dhufna, Ishee irraa salphinaan xiqqaatoo ta’anii isaan baafna.”