وَجَحَدُوا۟ بِهَا وَٱسْتَيْقَنَتْهَآ أَنفُسُهُمْ ظُلْمًا وَعُلُوًّا فَٱنظُرْ كَيْفَ كَانَ عَٰقِبَةُ ٱلْمُفْسِدِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborIshee morman Odoo lubbuuleen isaanii mirkaneessituu, miidhaafi boonaaf jecha. booddeen badii raawwattootaa akkam akka ture ilaali.