وَأَدْخِلْ يَدَكَ فِى جَيْبِكَ تَخْرُجْ بَيْضَآءَ مِنْ غَيْرِ سُوٓءٍ فِى تِسْعِ ءَايَٰتٍ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَقَوْمِهِۦٓ إِنَّهُمْ كَانُوا۟ قَوْمًا فَٰسِقِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborHarka kee bobaa kee keessa seensisi; isheen adii taatee baati, fokkachuudhaan maleetti. Mallattoowwan saglaniin gara fir’awniifi ummata isaa (deemi). isaan ummata finciltoota ta’anii jiru.”