caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Furqaan, Verse 58

Mecca · revelation order 42 · 25:58

وَتَوَكَّلْ عَلَى ٱلْحَىِّ ٱلَّذِى لَا يَمُوتُ وَسَبِّحْ بِحَمْدِهِۦ وَكَفَىٰ بِهِۦ بِذُنُوبِ عِبَادِهِۦ خَبِيرًا

Oromo Translation - Gali AbaborJiraataa Isa hin duune san irratti hirkadhu. Faarsuu Isaa waliin Isa qulqulleessi. Badii gabroota Isaa iccitii beekuu keessatti Isumatu ga’aadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70