قَالَ رَبِّ ٱنصُرْنِى بِمَا كَذَّبُونِ Oromo Translation - Gali Ababor(Nuuhis) ni jedhe: “Gooftaa kiyya! Waan ana sobsiisaniif isaan irratti na gargaari.”