فَمَن ثَقُلَتْ مَوَٰزِينُهُۥ فَأُو۟لَٰٓئِكَ هُمُ ٱلْمُفْلِحُونَ Oromo Translation - Gali AbaborNamni madaalliiwwan (hojii gaarii) isaa ulfaatte, isaan sun warra milkaa’oodha